OTeek Injineriingii fi Teekinoloojii Solushin(OTech)
Mul'anni keenya bara 2033tti dhaabbata teekinooloojii ammayyaatiin ardii Afrikaa keessatti adda duree ta'ee mul'achuudha.
Ergamsi keenya maamila keenya haala gaariin qabachuuf,service kenninu irratti satisfaction argatanii,addunyaa dijitaalaa keessatti milkaa'ina itti fufiinsa qabuuf honnannee hojjechuudha.